Seenaa Ajaa’ibaa intala rakkoon marfamte: Farhiya Aadam 2023
Farhiyaa Aadam
0:00 / 0:00
Seenaa Ajaa’ibaa intala rakkoon marfamte: Farhiya Aadam 2023
375 551 просмотр · 3 года назад
Farhiyaa Aadam
133 тыс. подписчиков
375 551 просмотр · 3 года назад
Intalti takka ilmoo baatii 4 harkaa qabdi. Abbaan warraa isii dhimma dalagaatiif manaa bahee hin deebine. Manni keessa jiraattu mana kiraati. Waan kiraa manaa kafaltu dhabdee rakkoo jabduu keessa jirti. abbaan manaa narraa bahi jedhee rakkisutti jira. sanirraan halkan qixxee daa’imni irraa dhukkubsatee daa’ima wajji hospitaala jirti. daa’imni isii wal’aansa gahaa argatee woyyoofnaan gara manaa deebite. Yoo manatti dhihaattu waan ajaa’ibaa argite. Ija ofii amanuu dadhabde. seenaa ajaa’ibaa kana qalbiin dhageeffadhaa!