Перейти к содержимому

Seenaa: Hayyicha abbaa saayinsii hammayyaa: Farhiyaa Aadam 2023

Farhiyaa Aadam

0:00 / 0:00

Seenaa: Hayyicha abbaa saayinsii hammayyaa: Farhiyaa Aadam 2023

181 589 просмотров · 3 года назад
Farhiyaa Aadam
133 тыс. подписчиков
181 589 просмотров · 3 года назад
Jecha ummata barate biratti akkaan beekamtu takkatu jira. sunis scientific method jedhamti. Scientific method jechuun, waan tilmaamaan jiru tokko qorannoon mirkaneessuu jechuudha. Hedduun keenya waan kana warra lixaattu jalqabe jennee yaanna. Jecha saayinsii jedhu yoo yaannu, waan warra lixaa laallatu akka tahe hubanna. Jechi kun eessaa dhufe? Eenyutu dura waan kana jalqabe. Deebisaa gaafii tanaa yoo isiniif hime ni ajaa’ibsiifattan. viidiyoo guutuu qalbii hordofaa!