Humnoonni naannoo Somaalee Oromiyaa keessatti miidhaa qaqqabsiisu|BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
Humnoonni naannoo Somaalee Oromiyaa keessatti miidhaa qaqqabsiisu|BBC News Afaan Oromoo
32 396 просмотров · Трансляция закончилась 11 месяцев назад
BBC News Afaan Oromoo
194 тыс. подписчиков
32 396 просмотров · Трансляция закончилась 11 месяцев назад
Sagantaa Raadiyoo Onkoloolessa 15/2025
Ashamaa!
Ashamaa!
Sagantaa raadiyoo Kamisa galgalaatiin;
-Humnoonni naannoo Somaalee Oromiyaa keessatti miidhaa qaqqabsiisu jiraattoonni himatan.
-Hiriira mormii naannoo Tigraayitti bahamaa jiru duuba maaltu akka jiru.
Gaazaan akkatti oolte fi kaanis qabna dhiyaadhaa!
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha.
Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia