Перейти к содержимому

Hidhattoonnii Faannoo namoota nagaa ajjeesuu fi butuu

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Hidhattoonnii Faannoo namoota nagaa ajjeesuu fi butuu

8 951 просмотр · Трансляция закончилась 8 часов назад
BBC News Afaan Oromoo
193 тыс. подписчиков
8 951 просмотр · Трансляция закончилась 8 часов назад
Ashamaa! Sagantaa har’aan;- Hidhattoonni Faannoo Godina Guraagee bakka Oromiyaan waldaangessutti dhiyaatutti namoota nagaa ajjeesuu fi butuu. -- Goginsi aanaalee Oromiyaa garaa garaatti mudate qonnaan bultoota yaaddeessuu. -Tiraamp waraanni Iraan 'xumuramuuf akka jiru' dubbachuu. Kaanis qabnaa dhiyaadhaa! Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia