Перейти к содержимому

Lixa Oromiyaatti konkolaattoota fe'iisaa eenyutu gube ?

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Lixa Oromiyaatti konkolaattoota fe'iisaa eenyutu gube ?

2 357 просмотров · Трансляция закончилась 1 час назад
BBC News Afaan Oromoo
192 тыс. подписчиков
2 357 просмотров · Трансляция закончилась 1 час назад
Ashamaa! Sagantaa har’aan;- Konkolaattoota fe'iisaa toora galanii Lixa Oromiyaatti ibiddaan gubaman eenyuun akka raawwataman iyyaafanneerra. -Taateewwan ijoo bara xumuramaa jiru kana keessaa Itooophiyaatti raaawwataman gumeessineerra. -Eertiraan hamma maallaqa callaa namoonni qabachuu danda'an daangessite. Odeeffannoo oolmaa addunyaas qabna, dhiyaadhaa! Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia