Перейти к содержимому

S1 E2 MAALIIF HIN JALQABDU?(Procrastination)

Gutu Birhanu

0:00 / 0:00

S1 E2 MAALIIF HIN JALQABDU?(Procrastination)

109 просмотров · 5 дн. назад
Gutu Birhanu
52 подписчика
109 просмотров · 5 дн. назад
S1 Episode 2 | HOJII BORUTTI DABARSUU MAALIIF? “Boru nan jalqaba” jettaa? Yookaan yeroo baay’ee hojii tokko jalqabuu osoo qabduu gara boodaa dabarsitaa? Yeroo tokko tokko rakkoon keenya yeroo dhabuu qofa miti. Waan barbaachisaa ta’e jalqabuu irratti rakkachuu keenya ta’uu danda’a. Episode kana keessatti waa’ee hojii boruutti dabarsuu (procrastination), sababoota hojii jalqabuu nu dhoorkan, fi akkaataa itti tarkaanfii fudhachuu dandeenyu waliin haa ilaallu. Mee yaadi: *Waan ati yeroo dheeraaf borutti dabarsaa turte keessaa tokko har’a jalqabuu yoo dandeesse hoo?* Video kana ilaali, yaada kee comment irratti naaf qoodi, akkasumas nama yeroo hunda “boru nan jalqaba” jedhu waliin share godhi. Imala of-guddisaa keenya waliin itti fufna! Kun imala koo qofa miti — imala keenya. Chaanaalii kana Subscribe, Like fi Share gochuu hin dagatinaa. #AfaanOromo #Procrastination #OfGuddisa #Discipline #Jireenya #meerii #kaameettii #obn #ethiopia #