Перейти к содержимому

S1 Episode 1. MOTIVATION QOFTII JIREENYA KEE HIN JIJJIIRU — MAALIIF?

Gutu Birhanu

0:00 / 0:00

S1 Episode 1. MOTIVATION QOFTII JIREENYA KEE HIN JIJJIIRU — MAALIIF?

221 просмотр · 12 дн. назад
Gutu Birhanu
52 подписчика
221 просмотр · 12 дн. назад
Motivation si kakaasa, garuu discipline si jijjiira! 🔥 Jalqaba irratti kaka’umsa guddaa qabaatta. Galmawwan hedduu baafatta. Garuu guyyaa muraasa booda kaka’umsi sun yoo bade hoo? Akkamitti itti fufuu dandeessa? Dhugaan jiru, milkaa’inaaf kaka’umsa qofa osoo hin taane, waan jalqabde itti fuftee hojjechuu baruu qabda. Video kana keessatti, maaliif motivation qofti gahaa akka hin taane fi akkamitti discipline jireenya kee keessatti ijaaruu dandeessu ni baratta. 💬 *Gaaffii:* Waan tokko jalqabdee karaa irratti dhiistee beektaa? Yaada kee comment irratti nuuf qoodi. Yoo of guddisuu, naamusa gaarii ijaaruu fi jireenya kee fooyyessuu barbaadde, channel kana *Subscribe* godhi. Jijjiiramni guddaan tarkaanfii xiqqoo irraa jalqaba! #Discipline #Motivation #AfaanOromo #Oromo #OfGuddisa #Jireenya #Milkaaina #SelfDevelopment #PersonalDevelopment #OromoYouTube #Ethiopia #Discipline #Motivation #OfGuddisa #Oromo #irreechaa