Перейти к содержимому

"Humnoota Gamntaa Afrikaa Somaaliyaaf Baobbaasamuuf Jiran Qopheessuu Keessaa Harka Hin Qabnu"

VOA Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

"Humnoota Gamntaa Afrikaa Somaaliyaaf Baobbaasamuuf Jiran Qopheessuu Keessaa Harka Hin Qabnu"

18 236 просмотров · Трансляция закончилась 1 год назад
VOA Afaan Oromoo
165 тыс. подписчиков
18 236 просмотров · Трансляция закончилась 1 год назад
0:00 Qophii Wiixataa 1:26 Lammiiwwan Itiyoopyaa Walitti-bu’insarraa Adda Addummaa Isaanii Mariin Akka Furatan Ameerikaan Gaafatte 5:35 Itti Aanaa Hoogganaan Hizbollah Du’a Nasrallaa Booda Israa’eliin Loluu Kan Itti Fufan Ta’uu Dhaadatan 22:05 Atileetonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Berliin Dhiiraa fi Dubaraan Injifatan 8:37 Humnoota Gamntaa Afrikaa Haaraa Naga-eegumsaaf Somaaliyaaf Baobbaasamuuf Jiran 16:55 Sababaa Lola Isiraa’elii fi Garee Hizbollaatti Hammaateen Lammiileen Itiyoophiyaa Hojiif Libaanon Keessa Jiraatan Rakkoo Hamaa Keessa Jiranssaa Ameerikaan Akka Harka Hin Qabne Dubbatte Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.