Перейти к содержимому

Yunayitid Isteetis Ajjeechaan Battee Urgeessaa akka qoratamu gaafatte

VOA Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Yunayitid Isteetis Ajjeechaan Battee Urgeessaa akka qoratamu gaafatte

7 640 просмотров · Трансляция закончилась 2 года назад
VOA Afaan Oromoo
165 тыс. подписчиков
7 640 просмотров · Трансляция закончилась 2 года назад
0:00 - Oduu 9:13 - Ibsa Yunayitid Isteetis ajjeechaa Battee Urgeessaa 16:22 - Jaarmayaa Gargaarsa Daa'immanii fi Dargaggootaa Iyyoob Yuunaytid Isteetis ajjeechaan Qondaala Siyaasaa ABO, Obbo Battee Urgeessaa akka qoratamu gaafattee jirti. Konfiraansii mirga namoomaa torbaan dhufu Jeneevaatti taa’amuuf jiru sababeeffachuun biyyoonni michoota gargaarsaa Itiyoophiyaa 17 waloon ibsa har’a baasaniin Itiyoophiyaan nageenya fi eegumsa uummata nagaa hojjettoota gargaarsaa dabalatee akka mirkaneessituu fi guutuu biyyatti nagaa buusuuf akka hojjettu biyyoonni Yuunaayitid Isteetsi, Yuunaayitid Kiingidamii, Gamtaa Awurooppaa, Awustiraaliyaa,Beeljiyeem, Kanaadaa, Faraansaay, Deenmaark, Jarmanii fi Itaaliin gaafatan. ‘Jaarmayaa Gargaarsa Daa'immanii fi Dargaggootaa Iyyoob’ maqaa jedhuun dhaabbatni beekamu lammiwwan Itiyoophiyaa dhukkuuba Onneen rakkataa jiraniif abdii horaa jira.