Перейти к содержимому

Guta Teklu - Karaa Mijeessaa

Guta Teklu

0:00 / 0:00

Guta Teklu - Karaa Mijeessaa

12 440 просмотров · 5 л. назад
Guta Teklu
6,95 тыс. подписчиков
12 440 просмотров · 5 л. назад
#SUBSCRIBE #LIKE #SHARE “Sagaleen nama lafa onaa keessaa lallabu tokkoo, "Waaqayyoof karaa tolchaatii haraa, lafa duwwaa keessattis karaa gooftaan keenya irra adeemu qajeelchaa!” Dachaan hundinuu ol haa kaafamu, tulluun, gaarris hundinuu haa kuffifamu! Inni bu'aa-ba'iin diriiraa haa ta'u, inni wal caccaalaanis wal haa qiqixxaatu!” Isa. 40:3-4 Karaa mijeessaa Karaa mijessaa Gooftaaf sirreessaa haraa qulleessaa Garaa cabaatiin qalbi haarreffachuun mee of qopheessaa Dachaan hundinuu ol haa kaafamu Tulluun gaarrillee haa kuffifamu Inni bu’a ba’iin haa diriirfamuu Kan wal caccaale haa qixxeefamu Yesus mul’adhu humnaan nu irratti Situ nu keessaan (keesaatti) abdii ulfinaati Huursaan waaqarraa akka bubbee bubbisutti Arraba ibiddaa fakkaatee ergamoota irratti Hafurri kee sun inni isaaniin guutee Kan caaluu ni dhufaa jatte akka abdachiiste Ati roobsi bara keenyaa Mootummaa keetiif hojjennaa Abidda keetiin cuphamne haarkake millake taana (2x) Sochii haaromsuu feena nu tuttuqu kee Uumama nu eegutti agarsiisna humnake Sagalee keetiin dhaloota ijaaramani Bara hojettuttii qabeenya siif ta’ani Dinqiin lafaratti raawwadhe kan caaluu mulistu jatte Kakuun sun fiixaan haa ba’u nu hin darbin nurratti haa ta’u(2x) Qajeelummaatiin dhugaan karaakee beekuun Macca hin sodaanne ija haafuraan mul’atan Hojii haamminaan dachee guutte keessatti Abdii jiraataa maqaakee ibsan ormatti Dudduuba kan hin ilaalle waggoota fooliin kan beekan Haambaakee godhii nu kaasi seexana duwwaa hambisi(2x) Yaadikee kee kan bara baraa ogummaan namatti ibsama Luboonniif mootonni kan kee meeshaa siif ta’u guutummaan Garaa Kristoos kan qaban galmakee tokkotti hidhaman Qulqulluu haafurakeetiin kaayyoo dhugaadhaaf shaakalan Daa'imman raajii dubbatu dargaggoonni mul'ata argu Maanguddoonni abjuu abjootu hojjeetonni kee ni baayatuu Akkuma lafti bishaaniin galaana ta’e haagugamu Dacheen kun akkas guutamti beekumsa ulfina Waaqayyoon Barri kun bara dhumaati guyyaa ati murte geesseetti Sagaleeke kee dhageesisi kan rafne hirriba kaasi