Перейти к содержимому

UK'n Ertiraarra uggura viizaa kaa'uuf akeekkachiifte| BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

UK'n Ertiraarra uggura viizaa kaa'uuf akeekkachiifte| BBC News Afaan Oromoo

12 298 просмотров · 9 дн. назад
BBC News Afaan Oromoo
217 тыс. подписчиков
12 298 просмотров · 9 дн. назад
Yunaayitid Kingidam (UK)n imaammata baqattoota gara biyyasaaniitti deebisuu waliin walqabatee Ertiraanonni akka biyyashee hin seenneef dhorkaa kaa'uuf dhaadatte. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Ministirri Dhimma Biyya Keessaa UK Shabaanaa Maahimmud, mootummaan Ertiraa godaantota bidiruuwwan xixiqqaan seenanii fi yakka raawwatan hin fudhatu taanaan Ertiraanonni gara biyyattii akka hin seenne akka dhorkitu beeksifte. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Instagram 👉   / bbcnewsafaanoromoo   Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... TikTok 👉   / bbcnewsafaanoromoo