‘’Diinni keenya hamaan numa, kan of baraarus numa’’ - Seenaa Jimjimoo | BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
‘’Diinni keenya hamaan numa, kan of baraarus numa’’ - Seenaa Jimjimoo | BBC News Afaan Oromoo
14 832 просмотра · 11 мес. назад
BBC News Afaan Oromoo
217 тыс. подписчиков
14 832 просмотра · 11 мес. назад
Quuqamtuu mirga namaa kan taate Seenaa Jimjimoo kitaaba mata dureensaa ‘Na Malee’ jedhu barreessuun Sambata (Onkoloolessa 25, 2025) Keeniyaa magaalaa Naayiroobiitti eebbisiisteetti.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
‘’Miirri na malee ykn adeemsi kan kiyya malee jedhu siyaasa Oromoo fi Itoophiyaa akkaan hacuuceera jetti,’’ barreessituun kun.
Mirga dhala namaaf dubbachuu yeroo mana barumsaa turte akka eegalte kan himtu Seenaan, rakkoo uummata Oromoo fi saboota Itoophiyaa kaanii addunyaatti beeksisuu irratti waggoota 27 hojjetteetti.
Waa’ee kitaaba kanaa fi bu’aa bayii keessa dabarte akkasumas karoora ishee gara fuulduraa irratti BBC waliin turtii taasisteetti.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#seenaa #bbc #seenaajimjimoo #jawaar #bbcnewsafaanoromoo #bbcnews