Перейти к содержимому

Meskel Festival 🔥❤️ | Ethiopian Family Celebration | Maatii Waliin

Dida tube

0:00 / 0:00

Meskel Festival 🔥❤️ | Ethiopian Family Celebration | Maatii Waliin

1 725 просмотров · 4 дн. назад
Dida tube
45,6 тыс. подписчиков
1 725 просмотров · 4 дн. назад
Har'a maatii keenya waliin Ayyaana Masqalaa (Meskel Festival) gammachuu fi jaalalaan kabajne ❤️🔥 Yeroo bareedaa maatii waliin dabarsine, nyaata qopheessine, ibidda Masqalaa ilaalle, akkasumas ayyaana keenya waliin gammaddan. Viidiyoo kana yoo jaallattan Like 👍, Comment 💬 fi Subscribe ❤️ gochuu hin dagatinaa. Deeggarsa keessaniif galatoomaa! 🙏❤️ Maatii keenya waliin imala kana itti fufna! 🇪🇹❤️ English 🇬🇧 Today we celebrated Meskel Festival together with our family ❤️🔥🇪🇹 We shared beautiful family moments, prepared traditional food, enjoyed the Meskel fire, and celebrated this special Ethiopian tradition together. If you enjoy our family videos, please Like 👍, Comment 💬 and Subscribe ❤️ to support our channel. Thank you so much for being part of our journey! 🙏❤️ More family moments are coming! 🔥 #Masqalaa #AyyaanaMasqalaa #OromoVlog #AfaanOromoo #Maatii #MaatiiWaliin #Ayyaana #NyaataAadaa #JireenyaMaatii #Itoophiyaa English: #Meskel #MeskelFestival #Ethiopia #EthiopianFestival #EthiopianVlog #FamilyVlog #EthiopianFamily #DailyVlog #FamilyLife #TraditionalCulture #EthiopianCulture #MeskelCelebration #AfricaVlog