Перейти к содержимому

Weellisaa, Ibiddoo Galaan, keessummaa keenya "podcast" Soofumar torbee kanaati

Sofumer Media

0:00 / 0:00

Weellisaa, Ibiddoo Galaan, keessummaa keenya "podcast" Soofumar torbee kanaati

6 188 просмотров · 3 мес. назад
Sofumer Media
129 тыс. подписчиков
6 188 просмотров · 3 мес. назад
Weellisaa, Ibiddoo Galaan, keessummaa keenya "podcast" Soofumar torbee kanaati. Sirboota babbareedoo qeenxee hojjachuun kan beekamu Ibiddoon walaloo fi yadaloo hojjachuudhaan dandeettii ajaa'ibaa qaba! Dhiheenya kana sirba mata dureen isaa:'Dammee' jedhu intala isaa hangafaa qaaman hin argineef sirbe jedha.Seenaa baay'ee gara nama nyaatu nuuf qoodeen, waa irraa barattu , ittiin bashannantus. Haala hojii aartii fi seenaa isaa hedduu kaasnee turtii bareedaa waliin goone jirra.