Obbo Kabbadaa Waaqoo
Sofumer Media
0:00 / 0:00
Obbo Kabbadaa Waaqoo
36 496 просмотров · 1 день назад
Sofumer Media
128 тыс. подписчиков
36 496 просмотров · 1 день назад
Obbo Kabbadaa Waaqoo nama qabsoo oromoo keessatti gahee guddaa qaban yoo ta’u; waggaa 16 dura abbaa qabeenyaa warra dilbiin guutuu, warra booka biraa unatan, warra coomni mana isaanii keessaa muramu ture. Darara wayyaanee irraa eegalee ammas haalli nageenyaa naannoo isaan jiranii akka durii ta’uun hafee jireenyi bitaa eega itti galee namaa fi qa’ee isaanii irraa fagaatanii, bunni Mana isaaniitti danfullee dharraa itti ta’ee rakkoo jajjabduuf saxilaman!