Перейти к содержимому

Ustaz Hamza: Mallattoo Qalbii Dhukkubsatte akkamiin beekuu dandeenya?

Al-Huda Media

0:00 / 0:00

Ustaz Hamza: Mallattoo Qalbii Dhukkubsatte akkamiin beekuu dandeenya?

174 просмотра · 4 дня назад
Al-Huda Media
19,1 тыс. подписчиков
174 просмотра · 4 дня назад
Mallattoolee qalbii dhukkubsattee ykn qalbii irraa fagaachuu maal fa’i? 🤔 Barnoota kana keessatti Ustaz Hamza qalbii namaa, mallattoolee qalbii dadhabuu fi karaa qalbii keenya sirreessinu irratti gorsa Islaamaa nuuf dabarsa. Barnoota kana dhaggeeffadhaa, irraa fayyadamaa, nama biraas qoodaa. 🤲 🔔 Subscribe godhaa, barnoota Islaamaa Afaan Oromoo yeroo yeroon argachuuf. #UstazHamza #MallattooQalbii #Qalbii #BarnootaIslaamaa #GorsaIslaamaa #AfaanOromoo #IslamicReminder #QalbiiDhukkubsattee #OromoIslamic #Daawa