DHIICHISAA fi DADDAYSA | Tapha Aadaa Oromoo | Ethiopian Oromo Culture Dance | GAO
MUE MAX
0:00 / 0:00
DHIICHISAA fi DADDAYSA | Tapha Aadaa Oromoo | Ethiopian Oromo Culture Dance | GAO
3 033 просмотра · 4 месяца назад
MUE MAX
24,9 тыс. подписчиков
3 033 просмотра · 4 месяца назад
#Dhiichisa #Daddaaysa #OromoCulture #Harargee #OromoTraditionalDance #Aadaa #Shubbisa #Oromia #TravelEthiopia #Muemax
🌍 Kuusaa Aadaa, Seenaa fi Shubbisa Oromoo – Harargee
FOON KIYYA!
Baga nagaan gara YouTube keenya dhuftan!
Video kana keessatti, taphoota aadaa Oromoo Harargee keessaa kanneen baay’ee beekamoo fi nama bohaarsan keessaa lama jechuunis DHIICHISAA fi DADDAAYSA isin daawachiifna. Taphoonni kun, gammachuu, walitti dhufeenya hawaasaa fi bareedina aadaa Oromoo calaqqisiisa.
Sirbaa, shubbisaa fi sochii isaanii keessaatti aadaa fi eenyummaa Oromoo ni hubattu.
Sagantaa Bareeda kana Kan waliin taanee qopheessine:
Shubbistoota Garee (Gumii Dagaagina Aadaa fi Afaan Oromoo) G.A.O waliini.
🎥 Video kana keessatti:
Tapha aadaa Oromoo Harargee “DHIICHISAA ”
Tapha aadaa “DADDAAYSA ” Akkata isaati fi sochiilee, Sagalee, walaloo fi Yedaloo Ajaa'iba barattu.
💬 Yaada keessan nuuf qoodaa:
Ati hoo taphoota kana keessaa kam jaallatte?
👉 Comment irratti nuuf barreessaa
👍 Like gochuun nu jajjabeessaa
🔁 Share gochuun hiriyoota keetiif qoodi
🔔 Subscribe gochuun maatii keenya ta’i
📲 Na Hordofaa 👇
Facebook: / �
TikTok: tiktok.com/@muemax1
YouTube: / @muemax5�
GALATOOMAA FOON KIYYA