Перейти к содержимому

Namichi Sanbata Dabre Doonaald Tiraap Irratti Yaalii Ajjeechaa Taasise Qorataaa Jira

VOA Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Namichi Sanbata Dabre Doonaald Tiraap Irratti Yaalii Ajjeechaa Taasise Qorataaa Jira

10 252 просмотра · Трансляция закончилась 2 г. назад
VOA Afaan Oromoo
165 тыс. подписчиков
10 252 просмотра · Трансляция закончилась 2 г. назад
0:00 gaabaasalee guyyaa harraatiif qabnu keessaa 1:14 Goondor Kaabaa, Dabaarqii fi Daabat Keessati Lolli Geggeeffamaa Jira Jedhame 3:27 ABUT Geetaachoo Raddaa Dabalatee Miseensota Koree Giddu Galaa 16 Ari'e 6:34 Humnoonni Waraanaa Biyyaalessaa Maalii Magaalaa Galma-Mootummaa Biyyattii Deebisanii To’achuu Dubbatan 8:56 Nama Sanbata Dabre Doonaald Tiraap Irratti Yaalii Ajjeechaa Taasiserratti Qorannaan Geggeessamu Ittuma Fufe 11:37 Wallagga Bahaa, Aanaa Kiramuutti Haleellaa Hidhattootaan Geggeessameen Aangawoonni Bulchiinsa Ganda Siree Dooroo Lama Ajjeesaman 16:15 Qaamonni Alaa Dhimma Filannoo Yunaayitid Isteetis Keessa Harka Galfachuuf Tattaaffii Isaanii Jabeessaa Jiru, Jedhame 20:25 Sifeenee: Barattuu Finfinneerraa Qormaata Biyyaalessaatti Qabxii Ol'aanaa Galmeessiste Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.