Перейти к содержимому

FILANNOO UNIVERSITY BARA 2019 DURA WAAN BEEKUU QABDUU//Ethiopia University Choice 2027

BONSA PRIME

0:00 / 0:00

FILANNOO UNIVERSITY BARA 2019 DURA WAAN BEEKUU QABDUU//Ethiopia University Choice 2027

236 просмотров · 2 недели назад
BONSA PRIME
1,11 тыс. подписчиков
236 просмотров · 2 недели назад
🎓 UNIVERSITY FILACHUU DURA KANA BEEKI! 🚨 University filachuun murtee guddaa gara fuulduraa kee irratti dhiibbaa qabuudha. Viidiyoo kana keessatti, university akkamitti filachuu akka qabdu, qabxii kee, fedhii fi dandeettii kee irratti hundaa’uun university fi department sirrii akkamitti filachuu akka dandeessu, akkasumas carraa hojii fi karoora kee gara fuulduraa maal akka ilaaluu qabdu siif ibsina. 📚✨ Yoo ati amma University Choice gochaa jirta ta’e, odeeffannoo kana osoo hin dhaggeeffatin filannoo hin godhin! University sirrii filachuun carraa kee gara fuulduraa fooyyeessuu danda’a. Viidiyoo kana hanga dhumaatti ilaali, hiriyoota kee university filachaa jiranitti share godhi, akkasumas channel BonsaPrime subscribe godhuu hin dagatin! 🔔🎓 Tags: university choice Ethiopia, Ethiopia university choice, university selection Ethiopia, university admission Ethiopia, best university Ethiopia, Ethiopian universities, university filachuu, university filannoo, university filannoo Ethiopia, barattoota Ethiopia, education Ethiopia, AAU, Addis Ababa University, university entrance Ethiopia, grade 12 students Ethiopia #UniversityChoice #EthiopiaEducation #UniversityAdmission #EthiopianUniversities #AAU #EducationEthiopia #aau #addisababauniversity #barattoota #universityadmission