Перейти к содержимому

Guyyoonni Yaadannoo Haacaaluu 2,258 darbaniiru gaaffiin itti gaafatamummaa ammas deebii hin arganne

Oromo Diaspora Media

0:00 / 0:00

Guyyoonni Yaadannoo Haacaaluu 2,258 darbaniiru gaaffiin itti gaafatamummaa ammas deebii hin arganne

773 просмотра · 2 недели назад
Oromo Diaspora Media
188 тыс. подписчиков
773 просмотра · 2 недели назад
Guyyoonni Yaadannoo Weellisaa Haacaaluu Hundeessaa 2,258 darbaniiru.Shamarreen Diaspora Oromoo biyya UK Naarobika Baayisaa yaadannoo ishee Facebook irratti maxxansuu itti fufte jirti.Ajjeechaa Haacaaluuf eenyutu itti gaafatamummaa fudhaten gaaffii uummata bal'aadha!Guutuu dhaamsa ishee Oromo Diaspora Media(ODM) irratti argattu.    • Guyyoonni Yaadannoo Haacaaluu 2,258 darban...   Itichaa Guddataa Fufa Oromo Diaspora Media