Перейти к содержимому

'Mootummaan warra hidhattoota walta'insa uuman duuba jiraniif qophiidha' | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

'Mootummaan warra hidhattoota walta'insa uuman duuba jiraniif qophiidha' | BBC News Afaan Oromoo

24 754 просмотра · 1 день назад
BBC News Afaan Oromoo
197 тыс. подписчиков
24 754 просмотра · 1 день назад
Gorsaan dhimma Nageenyaa pirezidaantii MNO Jenaraal Hayiluu Gonfaa walta'insi hidhattootaa kan ''laga ce'u'' mitii jedhan. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Hidhattootni kun ergamtoota humnoota alaa ta'uu fi mootummaan humnoota alaa isaan duuba jiraniif qophii gahaa gochuu dubbatan. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Instagram 👉   / bbcnewsafaanoromoo   Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... TikTok 👉   / bbcnewsafaanoromoo