Qophii Yeroo Maatii Qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanu akka fiduuf sababni hordoffii keenya
OBN GAAMMEE
0:00 / 0:00
Qophii Yeroo Maatii Qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanu akka fiduuf sababni hordoffii keenya
820 просмотров · 2 года назад
OBN GAAMMEE
34,2 тыс. подписчиков
820 просмотров · 2 года назад
Qophii Yeroo Maatii OBN-Gaammee
Qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanu akka fiduuf sababni hordoffii keenya. Qophii Yeroo Maatii- Maatii Obbo Mitikkuu Naggaa waliin taasifame keessaa fudhatame.
Barattuu Siifan Mitikkuu barattuu cimtuu qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaa akka kutaa magaalaa Duukamitti galmeessifteedha. Qabxii gaarii galmeessuu isheef maatiin hordoffii cimaa gochuu isaaniitu gahe olaanaa qaba..