Araariyoon maal yeroo malkaa bu'an eenyutu Araariyoo jedha, Haadha Siinqeerraa
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
0:00 / 0:00
Araariyoon maal yeroo malkaa bu'an eenyutu Araariyoo jedha, Haadha Siinqeerraa
667 просмотров · 3 дн. назад
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
1,08 млн подписчиков
667 просмотров · 3 дн. назад
Ayyaana Irreechaarratti hawwan uffataafi faaya aadaan kuulamanii sagalee Kiiloleedhaan ‘Araarawoo yaa Araariyoo Araarsaa Waaqat jaallataa nuuf araarami” jechuun faarsaa wayita deeman yaadaaf qalbii namaa hawwata.