Перейти к содержимому

Loltootni Eertiraa gama Tigraayiin daangaa Itoophiyaa seenuu jiraattotni himan

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Loltootni Eertiraa gama Tigraayiin daangaa Itoophiyaa seenuu jiraattotni himan

40 224 просмотра · Трансляция закончилась 21 ч назад
BBC News Afaan Oromoo
207 тыс. подписчиков
40 224 просмотра · Трансляция закончилась 21 ч назад
Sagantaa keenya har'aatiin, Loltoonni Eeritriyaan daangaa Itoophiyaa qaxxaamuruun Tigraay seenuu jiraattonni himan. Shaashamanneetti dubartiin daa'ima baatii ja'aa ukaamsuun ajjeeste hidhaa waggaa 25n adabamte. Waayee dargaggoo miilaan guyyoota 12 deemee Irreecharratti hirmaatee kan odeeffannee fi kaanis qabna. Dhiyaadhaa! Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia