Перейти к содержимому

Dhokatanii irreenfachuurraa hanga nama miliyoona hedduun irreenfachuutti | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Dhokatanii irreenfachuurraa hanga nama miliyoona hedduun irreenfachuutti | BBC News Afaan Oromoo

14 666 просмотров · Трансляция закончилась 11 месяцев назад
BBC News Afaan Oromoo
199 тыс. подписчиков
14 666 просмотров · Трансляция закончилась 11 месяцев назад
Sagantaa Raadiyoo Onkoloolessa 03/2025 Sagantaa har'aatiin; • 'Haal jala bultii ayyaana Irrechaa Hora Finfinnee. • Irreechi dhokatanii irreenfachuurraa hanga nama miliyoona hedduun bahutti ga'e maal keessa darbe? • Sirba jaalala fakkeessee seena himu Jomoree - Artist Yoosaan Geetahuun waliin turtii taasifne • Itoophiyaan konkolaattotni fe'uumsa boba’aa fayyadaman akka biyya hin gallee ugguruu • Putiin Ameerikaa akeekchiisuu Kaanis qabnaa dhiyaadhaa. Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha. Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia