Guyyaan Filannoo Minnesota November 3, 2026
Oromiait
0:00 / 0:00
Guyyaan Filannoo Minnesota November 3, 2026
708 просмотров · Трансляция закончилась 11 дн. назад
Oromiait
94,8 тыс. подписчиков
708 просмотров · Трансляция закончилась 11 дн. назад
Guyyaan Filannoo Minnesota Kibxata, Sadaasa (November) 3, 2026 dha. Sagaleen hundi ni lakkaa'ama. Sagantaa kana keessatti waan filannoo midterm 2026 irratti sagalee keessan kennuuf beekuu qabdan isin hubachiisna: yeroo buufanni filannoo banamu, akkaataa dursitanii filattan, fi akkaataa bakka filannoo irratti galmooftan. #GoVote #Minnesota #MidtermElection2026 #Vote2026 #MNVotes #ElectionDay #AfaanOromootiin