🛑💵VIEWS ARGACHUUF THUMBNAIL AKKAMITTI HOJJATTA? 😱🔥 | YouTube Thumbnail Secret
OAI
0:00 / 0:00
🛑💵VIEWS ARGACHUUF THUMBNAIL AKKAMITTI HOJJATTA? 😱🔥 | YouTube Thumbnail Secret
95 просмотров · 4 нед. назад
OAI
1,59 тыс. подписчиков
95 просмотров · 4 нед. назад
YouTube irratti views hedduu argachuu barbaaddaa? 🔥
Video kana keessatti akkaataa YouTube Thumbnail nama hawwatu, professional fi click-worthy itti hojjatan siif agarsiisa.
Thumbnail gaarii jechuun namni video kee argu akka click godhuuf carraa guddaa uuma. 🎯
Video kana keessatti: ✅ Thumbnail akkamitti jalqabaa
✅ Text fi font akkamitti filattu
✅ Color akkamitti fayyadamtu
✅ Suuraa fi background akkamitti qopheessitu
✅ Thumbnail nama hawwatu akkamitti hojjattu
✅ CTR fi views fooyyeessuuf maal gochuu qabdu
Video kana Like 👍, Subscribe 🔔 fi Share 🚀 godhi.
#YouTube #YouTubeThumbnail #ThumbnailDesign #YouTubeTips #YouTubeGrowth #YouTubeViews #1MViews #YouTuber #ThumbnailTips #AfaanOromo #OromoYouTuber #YouTubeEthiopia