Перейти к содержимому

Shamarreen Keeniyaatti rasaasa Moyyaaleerraa dhuka'een miidhamte waan himtu| BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Shamarreen Keeniyaatti rasaasa Moyyaaleerraa dhuka'een miidhamte waan himtu| BBC News Afaan Oromoo

2 558 просмотров · 6 ч назад
BBC News Afaan Oromoo
221 тыс. подписчиков
2 558 просмотров · 6 ч назад
Walitti bu'insi Moyyaalee Itoophiyaa torban sadaffaasaa eegale gama Keeniyaattis dhiibbaa geessisaa jira. Rasaasa daangaa Itoophiyaa keessaa dhukaafameen daangaa Keeniyaa keessatti yoo xiqqaate namootni lama du'anii 21 madaahaniiru. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Gareen BBC gara Moyyaaleetti imalee haala Moyyaalee Keeniyaa jiru daawwateera. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Instagram 👉   / bbcnewsafaanoromoo   Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... TikTok 👉   / bbcnewsafaanoromoo