Перейти к содержимому

Haalleeluyyaa! Abdi Borii (D choir) Nekemte Mekane Yesus

Rabumaa Shifaraw

0:00 / 0:00

Haalleeluyyaa! Abdi Borii (D choir) Nekemte Mekane Yesus

43 685 просмотров · 4 года назад
Rabumaa Shifaraw
2,61 тыс. подписчиков
43 685 просмотров · 4 года назад
Faarsaan Kun gartuu Abdi Bori 1ffaa Waldaa Warra Wangeelaa Makana Yesuus Naqamteetin, Yaadannoo obboloota keenya lubbuun darbaniif kan faarfatame yemmuu ta'u; Abdii Sagalee Waaqayyoo keessa jiru nu yaadachisuudhan gadda nu mudate hundumaa irraa kan nu jajjabeessudha! Ittiinis wal haa jajjabeesinu!! 1Tasa 4:13-18 ............................................................//.................................................................. Walaloo Yemmuu godoon keenya jiijjiguu Du'aan biyya lafaarraa godaannuu Nuti akka warra kaaniit hin gaddinuu Arguuf jirraa abbaa kenyaa furii lubbuu kenyaa Yeeruusaalem mandara ishee haaraatti galuufan jiraa Akka hawweetti hin hafuu garaanko Dhufee naan na fudhataa Haalleeluyaa *3 Yemmun biyya abdiiko sana ga'u Beelaf dhebuun in hafaa Achittii boichii hin argamu Yeroo hundumaan gammadaa Nan faarfadhaa Haalleeluyaa *3 Amma asitti adunyaa kanarratti Warran of biraa isaan dhabee. Abdi qaba nan argaan ammas Yemmuu deebisee fiduun dhaaphee. Anis Ilaalaa hin hafuu Olan butamaa garasaa *2 Waliinis jiraanna ulfanna Yeroo hundaa qabanna bobaasaa. *2