Перейти к содержимому

Diraamaa oppireeshinii US paayileetotashee baraaruf goote | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Diraamaa oppireeshinii US paayileetotashee baraaruf goote | BBC News Afaan Oromoo

51 261 просмотр · 5 мес. назад
BBC News Afaan Oromoo
192 тыс. подписчиков
51 261 просмотр · 5 мес. назад
Ameerikaan hojjetaa xiyyaara waraanaa F-15 Jimaata darbe Kibba Iraanitti rukutamee barbaaddee argateetti. Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Pirezidant Doonaald Tiraamp gaafa Dilbataa miidiyaa hawwaasaa irratti ''Oppireeshinii gootummaa addaa'' gaggeeffameen hojjetaan kun lubbuun argamuu himan. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #usa #iran #israel #bomb #waraana #bbcafaanoromoo #bbc #amerika #middleeast #middleeastconflict #iranisraelconflict #drone #shahed #missile #israel #khamenei #supreme #alilarijani #bbcnewsafaanoromoo #pakistan