Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Balalii Gara Eertiraa Dhorkamuu|VOA Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Balalii Gara Eertiraa Dhorkamuu|VOA Afaan Oromoo
4 444 просмотра · Трансляция закончилась 2 года назад
VOA Afaan Oromoo
165 тыс. подписчиков
4 444 просмотра · Трансляция закончилась 2 года назад
0:00 Oduu gurguddoo guyyaa harraa
1:26 Naannoo Itiyoophiyaa Kibbaa, Godinaa Gofaa, Bakka Lafti Sigigaastee Namoota 250 Ol Fixe Keessaa Namoonni 5000 Baafaman Jedha Biiroon Komiyunikeeshinii Naannichaa
7:55 Muummichi Ministaraa Isiraa'el Benjaamin Netaanyaahuu Har'a Waayit Haawusitti Prezidaant Joo Baayiden Dubbatan Beekame
Balaan Ibiddaa Kutaalee Yunaayitid Isteetis Gama Lixaa Fi Kaanaadaatti Uumame Samii Aaraan Aguugee Jira
10:46 Prezidaant Baayiden Maaliif Dorgommii Filannoo Keessaa Akka Of Baasan Uummataaf Ibsan
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Ka Mootummaan Ertiraa Akka Xayyaaronni Isaa Gara Sanatti Hin Balaliine Dhorke Ilaachisee Qaamota Dhimmi Ilaallatu Waliin Mari'achaa Akka Jiru Ibse
16:16 Shawaa Kaabaa, Aanaa Darraa Irraa Barattoonni Qormaata Kutaa 12ffaa Fudhachuuf Gara Yunivarsitii Salaalee Deeman Deebi’uu Hin Dandeenye Jedhame
Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.