Перейти к содержимому

Yeroo Olompikii Paarisitti Jalqabaa Jiru Kanatti Faransaayiin Yaaddon Muudateera|VOA Afaan Oromoo

VOA Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Yeroo Olompikii Paarisitti Jalqabaa Jiru Kanatti Faransaayiin Yaaddon Muudateera|VOA Afaan Oromoo

5 195 просмотров · Трансляция закончилась 2 года назад
VOA Afaan Oromoo
165 тыс. подписчиков
5 195 просмотров · Трансляция закончилась 2 года назад
O:00 Raayyaa, Alaamaaxaa fi Naannoo Sanarraa Namoonni Buqqa’anii Turan Kuma kudha Torba Qe’ee Ofiitti Deebifamanii Jiru 4:40 Godaantonni Sudaan 1500, Gondar Lixaa, Mooraawwan Lama Keessa Truan Gara Mooraa Haaraatti Geeffaman 9:35 Mummichi Ministaraa Israa’el Prezidaant Baayiden Dabalee Angawoota Yunaaytid Isteetis Ol’aanaoo Wajjiin Dubbatan 11:15 Yeroo Olompikii Paarisitti Jalqabaa Jiru Kanatti Jeeqamsa Siyaasaa, Haala Qilleensaa Hamaa fi Yaaddoo Nageenyaatu Faransaayiin Muddee Jira 16:46 Magaalaa Maqalee Keessa Ka Jiru Giddu-galli “American Corner” Jedhamu, Ijaarsa Nagaa Keessatti Qooda Dargaggootaa Cimsaa Jira Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.