🎙️ GORSA JUMU'AA GUYYAA HAR'AA | MAGAALA JIMMAA | SHEEKA KEENYA QAALI | BARUMSA ISLAAMA | AL-HADAF-M
AL-HADAF-MEDIA 🎬
0:00 / 0:00
🎙️ GORSA JUMU'AA GUYYAA HAR'AA | MAGAALA JIMMAA | SHEEKA KEENYA QAALI | BARUMSA ISLAAMA | AL-HADAF-M
146 просмотров · 10 дн. назад
AL-HADAF-MEDIA 🎬
2,71 тыс. подписчиков
146 просмотров · 10 дн. назад
🕌 GORSA JUMU'AA GUYYAA HAR'AA – MAGAALAA JIMMAA 🎙️
Assalaamu Alaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh! 🤍
Barumsa Islaamaa fi gorsa jireenya keenyaaf faayidaa guddaa qabu, magaalaa Jimmaa irraa sheekaa keenya qaalii ta'aniin dhiyaate kana isiniif dhiyeessineerra.
📖 Mata duree: Gorsa Jumu'aa guyyaa har'aa
📍 Bakka: Magaalaa Jimmaa
🕌 Qopheessaa: AL-HADAF-MEDIA
🎯 Kaayyoo keenya:
✅ Barumsa Islaamaa babal'isuu.
✅ Gorsa gaarii ummataaf dabarsuu.
✅ Dargaggootaa fi hawaasa Muslimaa barsiisuu.
✅ Beekumsa Islaamaa waliin guddachuu.
❤️ Yoo viidiyoo kana jaallattan:
👍 Like godhaa.
💬 Yaada keessan comment irratti barreessaa.
🔔 AL-HADAF-MEDIA Subscribe godhaa.
📲 Hiriyoota, maatii fi namoota biroo waliin share godhaa.
Jazaakumullaahu Khayran! 🤲
#GorsaJumuaa #BarumsaIslaamaa #MagaalaaJimmaa #SheekaaKe nya #AfaanOromoo #ALHADAFMEDIA #IslamicReminder