Перейти к содержимому

BARNOOTA HAWAASAA Kutaa 8 | Gaaffilee shaakalaa barnoota Hawaasaa | #biiroo_barnoota_oromiyaa

Burqaa Barnootaa

0:00 / 0:00

BARNOOTA HAWAASAA Kutaa 8 | Gaaffilee shaakalaa barnoota Hawaasaa | #biiroo_barnoota_oromiyaa

6 483 просмотра · 6 месяцев назад
Burqaa Barnootaa
11,2 тыс. подписчиков
6 483 просмотра · 6 месяцев назад
Baga gara "Burqaa Barnootaa" YouTube channel nagaan dhuftan! Viidiyoo kanaan Barnoota Hawaasaa Kutaa 8ffaa boqonnaa 4 part 3 fi Gaaffilee shaakala barnoota hawaasaa irratti marii fi ibsa baldhaa ta'e kennina. Kunis Barataa, barsiisaa, ykn maatiif, viidiyoon kun sirna barnootaa Itoophiyaa, kaarkulamii, fi imaammata barattoota kutaa 8ffaa Ministeera Barnootaa jala jiraniif hubannoo ijoo kenna. 🔹 Waan Barattu: Gaaffilee shaakalaa barattoota kutaa 8ffaaf Biiroo Barnoota oromiyaatiin qophaa'n Gaaffilee ministirii fi moodelaa biiroo barnoota oromiyaatiin qophaa'n Dabalataan Tutorial Barnoota Gadaa, saayinsii walii galaa,geography ni kennina Viidiyoowwan barnoota Hawaasaa kutaa 8ffaa Boqonnaa 1 jalqaba isaa irraatii kaasee kutaa kutaan qopheessinee kan siniif dhiyeessine kunooti.👇 Part 1    • "Barnoota Hawaasaa kutaa 8 Boqonnaa 1 part...   Part 2    • Barnoota Hawaasaa kutaa 8 boqonnaa 1 part ...   Part 3    • Barnoota Hawaasaa kutaa 8 boqonnaa 1 part ...   Part 4    • Barnoota Hawaasaa kutaa 8ffaa boqonnaa 1 p...   Part 5    • Barnoota Hawaasaa Kutaa 8ffaa Boqonnaa 1 p...   Viidiyoo ministirii afaan oromoo bara 2017 Part 1    • Ministirii kutaa 8ffaa bara 2017 | Barnoot...   Part 2    • P2 .  Ministirii Kutaa 8ffaa bara 2017 | "...   Saayinsii walii galaa    • Ministirii Kutaa 8ffaa Bara 2017 | Qormaat...   📚 Walqunnamna: 👉 Qabiyyee barnoota dabalataa argachuuf Subscribe godhaa: 👉 Like & Share gochuun namoonni biroo viidiyoo kana akka argatan taasisaa! 💬 Gaaffii qabduu? Yaadas yoo qabaattan Comment irratti nuuf barreessaa! #MinistiriiBarnoota #Kutaa8ffaa #BarnootaHawaasaa #QubeeKutaa8 #Oromiyaa #Barattootasaayinsiiwaliigalaa #MinistiriiBarnootaa #EducationOromia #ministrii_kutaa_8ffaa #saayinsiiwaliigalaa #sirnagadaa #oromiyaa #herrega #saayinsiinaannoo #afaanoromoo #biiroo_barnoota_oromiyaa #qormaata_biyyaalessaa #qormaata_ministirii #ministirii