Перейти к содержимому

Sheek amiin ibro:Gaafa dildilli kun walitti diigame adunyaan aana owna qaraate

Al-Huda Media

0:00 / 0:00

Sheek amiin ibro:Gaafa dildilli kun walitti diigame adunyaan aana owna qaraate

192 просмотра · 1 мес. назад
Al-Huda Media
19,3 тыс. подписчиков
192 просмотра · 1 мес. назад
Fuudhaafi heerumni jireenya namaa keessatti murteessaa dha. Garuu milkaa’ina maatii fi tasgabbii heerumaa keessatti wantoonni murteessoo ta’an jiru. Barnoota kana keessatti Sheek Amin Ibro, fuudhaafi heeruma keessatti waan 3 murteessaa ta’an irratti gorsa fi yaada Islaamaa nama fayyadu nuuf dabarsa. 🎯 Barnoota kana irraa: Waan fuudhaafi heeruma keessatti hubachuu qabnu Akka maatiin nagaa fi jaalalaan jiraatu Rakkoo heerumaa irraa of eeguuf maal gochuu akka qabnu 👍 Video kana Like godhi, 📤 hiriyoota fi maatii keetiif qoodi, 🔔 Subscribe godhuun barnoota Islaamaa Afaan Oromoo hordofi. #SheekAminIbro #FuudhaafiHeeruma #GorsaIslaamaa #BarnootaIslaamaa #AfaanOromoo #Heeruma #Fuudhaa #Maatii #IslamicReminder #MuslimOromo