New Afaan Oromo Gospel Song / Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa | MAAL JEDHUU | Mekdes Gudina
MEKDES GUDINA OFFICIAL
0:00 / 0:00
New Afaan Oromo Gospel Song / Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa | MAAL JEDHUU | Mekdes Gudina
2 611 просмотров · 3 нед. назад
MEKDES GUDINA OFFICIAL
938 подписчиков
2 611 просмотров · 3 нед. назад
Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa 2026/New Oromo Worship. MAAL JEDHUU is a brand-new Oromo gospel song and heartfelt faarfannaa waaqeffannaa by Mekdes Gudina, inviting the presence, peace, and grace of God into our daily lives. Whether you are in a time of prayer or seeking encouragement, may this new Oromo Christian song and uplifting faarfannaa Afaan Oromoo bless and renew your spirit.
🎵 Song Credits
Song Title: Maal Jedhuu
Lyrics by: [Mekdes Gudina]
Music Production / Arrangement: [SUNO AI]
Subscribe to my channel: / @mekdesgudina
📜 Lyrics / Jechoota Faarfannichaa
Hidhaa na eeggatee dukkana sodaachisaa,
Loluufis hin abdanne meeshaa harka koo keessaa.
Si wajjinan jira dhaga,eera sagalichaa,
Naaf kenne mo,ichaa naa lolee dirree lolichaa.
Kakuu na eggatus obsumaan eggachaa,
Na salppisee hin beekuu ga,eera yeroochaa,
Ayyaana isaan na dhoksee innoo naaf eggatee,
Har,as na faana jira hin gaabbuu isa na jaallatee.
Mana kee kessa jiraachuun murtoo koo sirri dhaa,
Sitti hirkachuunis bu,aan isaa baayyeedhaa.
Maltu hafe kanarraa of-laattee hanga du,aaf wareegamaa,
Mudaa mitii waaqummaa kee qofatu nati argamaa.
Seenaa waliin qabnaa siinin demsa egalee,
Yeroon Sodaan guutamee bitaa nati galee.
Waan qabataa dhabee lafti nan galagalee,
Isan abdii kutee humni koo siin dabalee.
Gatii natti baastee yadadhee madaalee,
Seenaa koo isa darbee of duubatti ilaalee,
Bayyinni olmaa kee sammuu koorra caalee,
Ulfadhu yesuus koo ammas daddabalee.
Dhaabbachuu hin danda,uu kophaa koo anii,
Beekumsi koos na olchuu hin danda,uu anaanii,
Si,i ilaaleen deemaa faana kee hordofeenii,
Si wajjin deemaanii salphina hin arganii.
Itti na himaa diina koottii ,
Diina koottii,
Chabseen ba,ee hidhaa isaattii,
Hidhaa isaattii,
Ijaarsi duukkanaa narraa diigameetii,
Eyyee narraa diigameetii,
Harkisaa na wajjin jira dhugaattii.
Eyye na wajjin jira dhugaattii.
Oh, maal jedhuu kan olmaakee,
Oh, adduma jaallalikee.
Maal jedhuree, maal jedhuree kan kee,
Fudhadhuu galataa haa marsuu tessoo kee.
#maalJedhuu #MekdesGudina #OromoGospelSong #FaarfannaaOromoo#NewOromoMezmur #WorshipSong