Перейти к содержимому

Sheek amin ibro: Iccitii maqaa rabbii 99 keessaa irra jabaa yoo du'aa'ii isaan kadhatte qeebalamtu!

Al-Huda Media

0:00 / 0:00

Sheek amin ibro: Iccitii maqaa rabbii 99 keessaa irra jabaa yoo du'aa'ii isaan kadhatte qeebalamtu!

504 просмотра · 3 мес. назад
Al-Huda Media
19,6 тыс. подписчиков
504 просмотра · 3 мес. назад
Bismillaahir Rahmaanir Rahiim. Barnoota kana keessatti Sheek Amin Ibro du'aa'ii akkamitti Rabbi biraatti qeebalamtu irratti gorsa ajaa'ibaa dhiyeessa. Du'aa'ii kee Rabbi bira ga'uuf maal gochuu akka qabdu, yeroo du'aa'iin itti qeebalamtu fi sababoota du'aa'ii ittisan ni baratta. 📖 Video kana irraa yoo fayyadamte: 👍 Like godhi 💬 Yaada kee comment irratti barreessi 📤 Hiriyoota keef share godhi 🔔 Channel kana subscribe godhi.#SheekAminIbro #Duaa #Duaii #Islam #OromooDawah #AfaanOromo #IslamicReminder #Muslim #Quran #DuaiQeebalamtu