Перейти к содержимому

JI’A 6 QOFA KEESSATTI ENTRANCE EXAMIF AKKAMITTI QOPHAA’UU? | 7 Steps

Elada tube

0:00 / 0:00

JI’A 6 QOFA KEESSATTI ENTRANCE EXAMIF AKKAMITTI QOPHAA’UU? | 7 Steps

1 996 просмотров · 3 нед. назад
Elada tube
16,3 тыс. подписчиков
1 996 просмотров · 3 нед. назад
Ji’a 6 qofa keessatti Entrance Examif sirnaan qophaa’uun ni danda’amaa? 🤔 Eeyyee! Garuu kitaaba bananii sa’aatii dheeraa dubbisuu qofa miti. Qophii sirrii, goal ifa ta’e, roadmap fi study system sirrii qabaachuu qabda. Video kana keessatti, ji’a 6 keessatti Entrance Examif qophaa’uuf stepiwwan barbaachiso barbaachisoo ta’an siif ibseera. 👇 VIDEO KANA KEESSATTI : 1️⃣ Clear Goal Setting — Maal argachuu barbaadda? 2️⃣ Know Your Starting Point — Amma eessa irra jirta? 3️⃣ Know Your Exam — Qormaanni akkamitti Akka bahu beekuu? 4️⃣ Build a 6-Month Roadmap — Ji’a 6 kee akkamitti qoodda? 5️⃣ Daily & Weekly Study System — Guyyaa fi torban kee akkamitti qopheessita? 6️⃣ Use AI as Your Study Assistant — AI irraa akkamitti fayyadamta? 🎯 Formula salphaan: GOAL → STARTING POINT → EXAM → ROADMAP → DAILY SYSTEM → AI Yoo ati Entrance Examif qophaa’aa jirta ta’e, video kana hanga dhumaatti ilaali, notes godhadhu, akkasumas waan baratte hojii irra oolchi. 📌 Video kana hiriyoota kee Entrance Examif qophaa’aniif SHARE godhi. 🔔 ELADA TUBE SUBSCRIBE gochuun: • Entrance Exam Tips • University Guidance • Study Tips • AI Tools for Students • Technology & Education irratti odeeffannoo haaraa argadhu. #EntranceExam #EntranceExamEthiopia #ELADATUBE