Duulli "Qabsoo Hidhannoo Haalagannuu"n Lafa Jalaan Oofamaa Ture - J. Dhugaasaa | 4/6 [SE10 EP206]
Ilmaormaa
0:00 / 0:00
Duulli "Qabsoo Hidhannoo Haalagannuu"n Lafa Jalaan Oofamaa Ture - J. Dhugaasaa | 4/6 [SE10 EP206]
3 523 просмотра · 1 год назад
Ilmaormaa
5,15 тыс. подписчиков
3 523 просмотра · 1 год назад
Qophii kana keessatti Jaal Dhugaasaan:
Mootummaa Cehumsaa erga bahanii booda qabsoo akkam jiraa gaggeessan?
Bara 1997/1998 Maaliif dirree qabsoo dhiisani gama biyya ollaatti godaanan?
Kora Hatatamaa bara 1998 Gaggeesuun Bu'aa-kasaaraa akkam jiraa dhaabarratti dhaqqabsiisee? Gaaffiilee kanaafii seenaa hedduu kan gadaa saniirratti yaadasaa nuun qooddata.
Dhihaadhaa!