Перейти к содержимому

POST PILL ilaalchisee barnoota fayyaa kutaa 1ffaa_Ethiopia_2024

Milki Health Science TC

0:00 / 0:00

POST PILL ilaalchisee barnoota fayyaa kutaa 1ffaa_Ethiopia_2024

5 054 просмотра · 2 года назад
Milki Health Science TC
13,4 тыс. подписчиков
5 054 просмотра · 2 года назад
Dhimma qoricha/Piilsii Ulfa ittisuuf jedhamanii faayidaa irra oolaa jiran kan 'Post_Pills' jedhamuu ilaalchisee barnoota fayyaa kenname. Post_Pills akka karoora maatiitti kan hin kennamneef 'dose' qorichicha keessa jiru baayyee guddaa waan ta'eef of eeggannoo akka barbaachisu. Dandeettiin ittisa isaa 75%-90% waan ta'eef guutummaa guutuutti ulfa akka hin ittisne dhaabbatni fayyaa nii eera. Daawwadhaa. Subscribe gochuun nu deggeraa. Fayyaa hindhabiinaa