Birmadummaa Biyyaa etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo| RedSeaAccess |Ethiopia
Etv Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
Birmadummaa Biyyaa etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo| RedSeaAccess |Ethiopia
720 просмотров · 15 часов назад
Etv Afaan Oromoo
512 тыс. подписчиков
720 просмотров · 15 часов назад
Itoophiyaan hulaa galaanaa argachuuf carraaqqii dippiloomaasii cimaa taasisuu fi biyyoota ollaa waliin waliigaltee faayidaa waloo irratti hundaa’e uumuu barbaachisaadha.
Eertiraan bara 1993 Itoophiyaa irraa addaan ba’uu hordofee Itoophiyaan Asab dabalatee carraa galaana diimaa ittiin fayyadamuu qabdu irratti jijjiirama guddaa fideera. Isaanis, hooggantoonni TPLF yeroo sanaa dhimma Asab irratti gaaffii fi falmii bu’uuraa kaasuu dhabuun dogoggoraa fi taatee seenaa birmadummaa biyyaa irratti miidhaa qaqqabsiise keessaa isa ijoodha.
Akkaataa seenaa keessatti Itoophiyaan hulaa galaanaa itti dhabde akkasumas karaa furmaanni hulaa galaanaa ittiin argamuu danda'urratti Dippiloomaatii; hayyuun seeraa fi hariiroo idil-addunyaa Obbo Baayisaa Waaqwayyaa dubbisneerra.
#RedSeaAccess #Ethiopia #MaritimeAccess #Geopolitics #HornOfAfrica
#EtvAfaanOromoo Qophii Addaa