Перейти к содержимому

'Hidhattoonni harka kennatan seeraan haa gaafataman'- Jiraattota | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

'Hidhattoonni harka kennatan seeraan haa gaafataman'- Jiraattota | BBC News Afaan Oromoo

22 303 просмотра · Трансляция закончилась 10 мес. назад
BBC News Afaan Oromoo
222 тыс. подписчиков
22 303 просмотра · Трансляция закончилась 10 мес. назад
YOOYYAA! Sagantaa keenya har'aan: -MM Abiy fi Pirezidantiin Keeniyaa maal mari’atan? Hidhattoonni harka kennataa jiran seeraan nuuf haa gaafataman jiraattota -Beelli kaampii buqqaatotaa Tigraay keessatti mudate hangam yaaddessaadha? -Atileetiin Itoophiyaa si'eessituu fayyadamuun waggaa sadiif adabamte eenyu? Dhihaadhaa! Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha. Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia