'Ameerikaa fi Israa'el irratti balballi si'ooli banamuuf jira' - Iraan | BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
'Ameerikaa fi Israa'el irratti balballi si'ooli banamuuf jira' - Iraan | BBC News Afaan Oromoo
58 123 просмотра · Трансляция закончилась 6 месяцев назад
BBC News Afaan Oromoo
193 тыс. подписчиков
58 123 просмотра · Трансляция закончилась 6 месяцев назад
Ashamaa!
Sagantaa Keenya har'aan
*Haleellaa hidhattoonni Faannoo Horro Guduruutti bananiin namoonni 9 ol ajjeefamuu. *'Ameerikaa fi Israa'el irratti balballi si'ooli banamuuf jira' - jechuun Eegdonni Warraaqsa Iraan doorsisan.
*Lammilee Itoophiyaa baha Giddugalessaa jiran haala keessa jiran gaafanneeerra. *Odeeffannoo ispoortiis qabna
Dhiyaadha!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia