Перейти к содержимому

05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

Jireenyaa fi Dammituu Official

0:00 / 0:00

05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

31 551 просмотр · 7 месяцев назад
Jireenyaa fi Dammituu Official
9,5 тыс. подписчиков
31 551 просмотр · 7 месяцев назад
05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026 NAMNI HARKA WAAQAYYOO KEESSATTI EEGAMU Namni harka waaqayyoo keessatti eegamu maal attamittiin irraanfatamaa Namni harka waaqayyoo keesssatti eegamu maal akkamittiin dagatama     (2) Waantan gatamee dhiifame Yoo fakkaate gowwootatti Jallootatti barri yoo dukkanaa’e anaafoo gara bariiti Sobdootatti barri yoo dukkanaa'e anaafoo gara bariiti Hamootatti barri yoo dukkanaa'e anaafoo gara bariiti Maqaa isaatti waamamee eenyuutu dagatame Ulfina argate malee karaan itti baafame             (2) Naanis takkaa nan dagatu nan irraanfatu Amma karaa natti baasutti hin boqotu       (2)   Maqaa isaa utuun amanadhu   hin gatamu   Kanaaf bitaa fi mirga ilaalee   hin raafamu    (2) Daani'eel irratti mootii biraa labsiin baafamee Boolla leencaa keessati yeroo qabamee darbatamee   (2) Maqaa waaqayyo amanate malee hin raafamne Waaqayyos isa oolcheera inni hin nyaatamne   (2)     Har'as narratti labsiin kamu     yoo baafamee     Waaqayyo takka nan gatu     erga na waamee    (2) Waaqa tolfamaaf sagaaduuf waaqessuu waan didaniif Meesaak Saadirak Abdineegoo abiddatti darbatanii    (2) Garuu isaan hin yeellaasifnee Waaqayyoonsaanii Abidda keessa harka qabee isaan baase inni     (2) Warra maqaa isaa amanatan Inni hin gatuu Eegumsa addaa isaaniif godha hin dagatu     (2) #Farfannaa Afaan Oromoo #Jireenyaafi Dammituu