Перейти к содержимому

02. Hiika waan hundumaatu | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

Jireenyaa fi Dammituu Official

0:00 / 0:00

02. Hiika waan hundumaatu | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

11 108 просмотров · 7 месяцев назад
Jireenyaa fi Dammituu Official
9,5 тыс. подписчиков
11 108 просмотров · 7 месяцев назад
02. Hiika waan hundumaatu | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026 HIIKA WAAN HUNDUMAATU Hiika waan hundumaatu (3) Harka kee keessa jira yaa waaqayyo(3) Namaan yaalame kan dadhabamee Si biratti Yesuus hiika argataa Furmaata argataa Dubbii gadi fagoo fi dhokataa Dukkanni sin dhoksu ati hundaa argita Gaaffii kan qabaniif deebii kan kennituu Hibboo hiikuun yeroo sitti hin fudhatu Maaltu (3) si harkaa dhibe Ogummaan Aangoonis kan keeti Namni si eeggatu hin gatamu Dhaloota gidduuttis hin yeellaasifamu Dukkanni siin ifa Cufaan siin banama Furmaati waan hundaa sirkaa argama Maaltu (3) si harkaa dhibe Ol-kaasuun Gadi buusuun Kan kee ti #Farfannaa Afaan Oromoo #Jireenyaafi Dammituu