Waliigalteen Piritooriyaa waraanni irra deebin akka hin kaane maaf gochuu dadhabe?
BBC News Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
Waliigalteen Piritooriyaa waraanni irra deebin akka hin kaane maaf gochuu dadhabe?
17 551 просмотр · 1 дн. назад
BBC News Afaan Oromoo
207 тыс. подписчиков
17 551 просмотр · 1 дн. назад
Waliigalteen Piritooriyaa waraana kaaba Itoophiyaa dhaabsisee ture ifatti cabeera. Hiriirri humnoota siyaasaa waraana kaaba Itoophiyaarratti hirmaataa turaniis jijjiirameera.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Waraanni amma bifa haaraan ka'e kun humnoota naannichaa hirmaachisuu danda'aa? Ertiraan waraana kanatti kallattiin ni hirmaattii?
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Instagram 👉 / bbcnewsafaanoromoo
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
TikTok 👉 / bbcnewsafaanoromoo