Перейти к содержимому

Haleellaa Diroonii Adawaatti hoteelarratti raawwatee, Waraanni Kaaba Itoophiyaa garam adeemuu mala?

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Haleellaa Diroonii Adawaatti hoteelarratti raawwatee, Waraanni Kaaba Itoophiyaa garam adeemuu mala?

31 386 просмотров · Трансляция закончилась 20 часов назад
BBC News Afaan Oromoo
205 тыс. подписчиков
31 386 просмотров · Трансляция закончилась 20 часов назад
-Pirezidantiin Itoophiyaa Taayyee Asqasillaasee manneen maree lamaaniif haasawa godhanii ergaa dabarsuu isaanii -Raayyaan Ittisa Biyyaa fi Humna Nagaa Tigraay Tigraay dhuma torban darbeeti Maqalee kan to'atan. Itti aanee Tigraay keessatti maaltu ta'uu mala, hireen TPLF hoo maali? -Muddamni Eertiraa fi Itoophiyaatiin yaaddawuu Gamtaan Awurooppaa fi akeekkachiisa isaa Waayee Tapha xumuraa Mesii Dhiyaadhaa! Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia