Перейти к содержимому

University Seenun Dura Wantoota Beekuu Qabdu 6 | 6 Things You Should Know Before Going to University

Naanbon

0:00 / 0:00

University Seenun Dura Wantoota Beekuu Qabdu 6 | 6 Things You Should Know Before Going to University

187 просмотров · 8 дней назад
Naanbon
20,2 тыс. подписчиков
187 просмотров · 8 дней назад
Kutaa 12 dabartee Yunivarsiitii seenuuf qophaa’aa jirtaa? 🎓 Yunivarsiitii seenuun dura wantoota muraasa beekuun, dogoggora hedduu irraa of eeguuf si gargaara. Ani waggaa 3 Yunivarsiitii keessatti dabarseera, amma immoo eebbifamuuf ji’oota muraasa qofa kan na hafe. Kanaaf, muuxannoo koo irraa ka’uun wantoota 6 isin Yunivarsiitii seenuun dura beekuu qabdan video kanaan isiniif qoodera Video kana keessatti: • Department akkamiin filachuu akka qabdu • Itti gaafatamummaa Yunivarsiitii keessatti • Yeroo kee akkamiin fayyadamuu akka qabdu • Hiriyootaa akkamiin akka filattu • Degree qofa osoo hin taane skill dabalataa akkamiin akkka barattu ni hubata. 👇 Isin ammoo, wanta Yunivarsiitii seenuun dura beekuu qabna jettanii yaaddan comment irratti naaf barreessaa. Going to university is a big step, but there are many things you may not realize until you actually experience university life. I’ve spent 3 years at university, and with only a few months left until graduation, I’m sharing 6 important things I’ve learned along the way. In this video, we talk about: Choosing the right department Responsibility and self-discipline Time management Friends and relationships Why a degree alone may not be enough Comparing yourself with others If you’re about to start university, these lessons can help you understand what to expect and how to make better use of your university years. What is one thing you wish you knew before starting university? Let me know in the comments. #University #UniversityLife #StudentLife #UniversityTips #StudentAdvice #CollegeLife #Ethiopia #Education #University #Oromo #Student #Grade12 #Education #Ethiopianstudents #remedial