Перейти к содержимому

Mootummaan imaanaa Tigraayitti hundeeffame akkamiin naannichatti nagaa fida?

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Mootummaan imaanaa Tigraayitti hundeeffame akkamiin naannichatti nagaa fida?

21 378 просмотров · Трансляция закончилась 17 ч назад
BBC News Afaan Oromoo
213 тыс. подписчиков
21 378 просмотров · Трансляция закончилась 17 ч назад
Sagantaa keenya har'aatiin Mootummaan imaanaa Tigraayitti hundeeffame mootummaa yeroo irraa maaltu adda godha, qormaata maaltu isa eeggata? Biyya Norweeyitti Ogeessi Polotikaal Ikonomii Darbee Makonnin BBC'f yaada kennan. Adaamaatti doktaroonni 'oppireeshinii sa'aatii 8 fudhateen' dargaggoo tokkorraa dhiitoo kg 10 baasan. Tilmaama Piriimiyeer Liigiis qabna Dhiyaadhaa! Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia