07. Rafee Yemmuun ka'u | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
Jireenyaa fi Dammituu Official
0:00 / 0:00
07. Rafee Yemmuun ka'u | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
21 520 просмотров · 7 месяцев назад
Jireenyaa fi Dammituu Official
9,5 тыс. подписчиков
21 520 просмотров · 7 месяцев назад
07. Rafee Yemmuun ka'u | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
RAFEE YAMMUUN KA'U
Rafee yammuun ka'uu
Deemee yammuun taa'uu
Oolmaan kee Gooftaa koo keessakootii galagalee
Boqonnaa na dhowwee humna koorra caalee
Kanaafan siif kennaa aarsaa foolii gaarii
Fuula keetti marmaaruu hin nuffu har'aa borii (2)
Dhufti koo fagoodha andaara lafaati
Jiraadhee as ga'uun koo kun salphaatti miti
Baay’ee gidduu galee hambise
Yeelloo fi qaanii natti marmaaruu
Utuu inni naaf loluu argeeraa
kan akka Waaqayyo hin jiruu
-Dukkanni na marsee darbuuf karaa dhabee
-Of-irran gadi taa'ee hamileen koo cabe
-Dandeettiif jabina koon mitii
Gooftaa koo hafee as ga'uun koo
-Atoo hamman si ibsuun olii
Ulfinaan jajami Gooftaa koo
-Mee namni siif galee gaarummaan waaqayyoo
-Mee namni siif galee guddummaan Waaqayyoo
Mee namni siif galee
araarri Waaqayyoo
-Mee namni siif gale eenyummaan Waaqayyoo
-Itti hin qaana'inii mee na waliin ta'ii faarfadhu Waaqayyoon
-Itti hin qaana'iinii mee na waliin ta'i i jajadhu Waaqayyoon
#Farfannaa Afaan Oromoo #Jireenyaafi Dammituu